Tamsaasa Kallatti:

Gamaaggamni raawwii hojii Mootummaa fi Paartii kurmaana 1ffaa Naannoo Oromiyaa gaggeeffamuu Eegale.

‎Onkoloolessa 14, 2019.Gamaaggamni raawwii hojii Mootummaa fi Paartii Kurmaana 1ffaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Magaalaa Bishooftuu, Galma Harsadeetti gaggeeffamuu eegale.

‎Gamaaggama hojii kanarratti Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa, Pirezidaantii Itti Aanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaafi Caffeetti Bakka Bu'aa Mootummaa Obbo Kaffaaloo Tafarraa dabalatee qaamoleen dhimmi ilaallatu hirmaachaa

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015