Godina Walloo Kibbaa aanaalee adda addaa keessatti hiriirri ummataa deeggarsa raayyaa ittisaaf taasifamaa jira. - ENA Afaan Oromoo
Godina Walloo Kibbaa aanaalee adda addaa keessatti hiriirri ummataa deeggarsa raayyaa ittisaaf taasifamaa jira.
Onkololessa 11/2019(ENA): Naannoo Amaaraa godina Walloo Kibbaa aanaalee adda addaa keessatti hiriirri ummataa deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaaf taasifamaa jira.
Qabsoo Raayyaan Ittisa Biyyaa tokkummaa fi birmadummaa biyyattii kabachiisuuf taasisaa jiru deeggaruun dhaamsi dabarfamaa jira.
Hiriira deeggarsaa kanarratti maanguddoonni, abbootiin amantaa, dargaggoonnii fi kutaaleen hawaasaa biroo hirmaachaa jiru.
Miseensa Maatii Miidiyaa Dijiitaalaa ENA ta’aa https://www.ena.et/web/links
#Biyya Guddoo, Ummata Guddaa # Mul'ata Guddaa