Koreen dhaabbii Caffee Oromiyaa gamaggama raawwii hojii kurmaana 1ffaa gaggeessuu eegaleera - ENA Afaan Oromoo
Koreen dhaabbii Caffee Oromiyaa gamaggama raawwii hojii kurmaana 1ffaa gaggeessuu eegaleera
Onkoloolessa 10/2019(ENA) Koreen Dhaabbii dhimma Baajataa fi to'annoo Horataalee Mootummaa Caffee Oromiyaa gamaggama raawwii hojiiwwan kurmaana 1ffaa bara 2019 Manneen Hojii isaa fi itti waamaman waliin Magaalaa Adaamaatti gaggeessaa jira.
Koreen dhaabbii dhimma bulchiinsaa , Seeraa fi Misoomaa namaa Caffee oromiyaa maneen hojii isaa fi itti waamaman kudha laman waliin gamagama raawwii hojii kurmaana 1ffaa bara 2019 magaalaa adaamaatti gaggeessa jira. Caffee Oromiyaarra