Tamsaasa Kallatti:

Hiriirri ummataa raayyaa ittisa biyyaa deeggaru magaalaa Gandaa Wuhaatti gaggeeffamaa jira

Onkoloolessa 7/2019 (ENA)- Hiriirri ummataa raayyaa ittisa biyyaa deeggaru naannoo Amaaraa godina Gondar lixaa magaalaa Gandaa Wuhaatti gaggeeffamaa jira

Jiraattonni magaalichaa fi naannawichaa har’a ganamaan gara addababayiitti bahan ergaawwan raayyaan ittisaa keenya mallattoo biyyaalessaa keenya, baandaan garaasaaf, raayyaan ittisaa keenya kabajaa fi tokkummaa ummata keenyaaf, raayyaan ittisaa keenya asxaa fakkeenya sab-daneessummaa keenyaati jedhanii fi kanneen biroos dabarsaa jiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015