Tamsaasa Kallatti:

Hiriirri ummataa gooticha raayyaa ittisa biyyaa deeggaru magaalaa Saqoxaatti gaggeeffamaa jira

Onkoloolessa 7/2019 (ENA) - Hiriirri ummataa gooticha raayyaa ittisa biyyaa deeggaru naannoo Amaaraa bulchiinsa godina Waag Himira magaalaa Saqoxaatti gaggeeffamaa jira

Jiraattonni magaalichaa fi naannawichaa har’a ganamaan gara addababayiitti bahan ergaawwan raayyaan ittisaa keenya mallattoo biyyaalessaa keenya, baandaan garaasaaf, raayyaan ittisaa keenya kabajaa fi tokkummaa ummata keenyaaf, raayyaan ittisaa keenya asxaa fakkeenya sab-daneessummaa keenyaati jedhanii fi kanneen biroos dabarsaa jiru.

Hirmaattonni hiriirichaa birmadummaa fi tokkummaa biyyaaf kan hiriire raayyaa ittisa biyyaaf aantummaasaanii agarsiisaa jiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015