Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahimad Ministira Muummee Israa’el Beeniyaamiin Neetaniyahuu waliin bilbilaan mariyatan - ENA Afaan Oromoo
Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahimad Ministira Muummee Israa’el Beeniyaamiin Neetaniyahuu waliin bilbilaan mariyatan
Onkololeessa 3/2019 (ENA):- Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahimad Ministira Muummee Israa’el Beeniyaamiin Neetaniyahuu waliin bilbilaan mariyataniiru.
Dookar Abiyyi Ahimad fuula miidiyaa hawaasaa ‘X’ irratti akka ibsanitti, marii kanaan hariiroo biyyoota lamaanii fi dhimmoota ijoo naannawaa irratti marii bu’a qabeessaa taasisaniiru.
Dabalataanis, tumsa biyyoota lamaanii caalaatti cimsuuf kutannoo qabuuchuu isaanii mirkaneessaniiru.