Dooktar Abiyyi Ahimad,Injinar Shimallis Isheetuu Daayirektara Olaanaa Bulchiinsa Daandiwwan Itoophiyaa taasisuun muudan - ENA Afaan Oromoo
Dooktar Abiyyi Ahimad,Injinar Shimallis Isheetuu Daayirektara Olaanaa Bulchiinsa Daandiwwan Itoophiyaa taasisuun muudan
Dooktar Abiyyi Ahimad,Injinar Shimallis Isheetuu Daayirektara Olaanaa Bulchiinsa Daandiwwan Itoophiyaa taasisuun muudan
Onkololeessa 1/2019 (ENA) – Ministirri Muummee Dooktar Abiyyi Ahimad Injinar Shimallis Isheetuu Daayirektara Olaanaa Bulchiinsa Daandiwwan Itoophiyaa taasisuun muudaniiru.
#Mootummaa Ida'amuu