Tamsaasa Kallatti:

Dooktar Abiyyi Ahimad Obbo Geetaachoo Raddaa Gorsaa Dhimmoota Baha Afrikaa gochuun muudan

 

Ministirri Muummee Dooktar Abiyyi Ahimad, Obbo Geetaachoo Raddaa Fulbaana 30,2019 irraa eegalee Gorsaa Dhimmoota Baha Afrikaa gochuun irra deebiin muudaniiru

 

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015