Tamsaasa Kallatti:

Miseensota Kaabinee Mootummaa Ida’amuu Dooktar Abiyyi Ahimad Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf dhiyeessun muudaman.

Miseensota Kaabinee Mootummaa Ida’amuu Dooktar Abiyyi Ahimad Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf dhiyeessun muudaman.


 

Haaluma kanaan:

1. Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos – Ministira Dhimma Alaa

2. Obbo Addisuu Araggaa – Ministira Qonnaa

3. Dooktar Fitsum Asaffaa-Ministira Maallaqaa

4. Obbo Mahaammad Idiriis- Ministira Raayyaa Ittisa Biyyaa

5. Pirofeesar Birhaanuu Naggaa – Ministira Barnootaa

6. Aadde Haannaa Ar’aayaasillaasee – Ministira Haqaa

7. Aadde Yaasmiin Wahaabirabbii- Ministira Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa

8. Dooktar Fissahaa Yittaagasuu- Ministira Indaastirii

9. Dooktar Injiinar Habtaamuu Ittafaa- Ministira Bishaaniifi Inarjii

10. Dooktar Maqdas Dhaabaa- Ministira Fayyaa

11. Obbo Awwaluu Abdii- Ministira Hojiifi Ogummaa

12. Aadde Ayinaaleem Nigusee – Minsitira Galiiwwanii

13. Obbo Barakat Fissahaatsiyoon – Ministeera Tarsiimoo Biyyaalessaa

14. Aadde Salamaawiit Kaasaa – Ministira Aadaa fi Turizimii

15. Aadde Alemtsahaay Phaawuloos – Ministira Albuudaa

16. Obbo Sadaat Nashaa – Ministira Loojistiksii

17. Aadde Shawiit Shaankaa – Ministira Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa

18. Obbo Muusaa Adam – Ministira Nageenyaa

19. Aadde Fireehiyiwaat Taammiruu – Ministira Innooveeshinii fi Teeknooloojii

20. Injinar Mahammaad Abdurrahimaan – Ministira Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa

21.Dooktar Injinar Sulxaan Walii - Ministira Jallisii fi Gammoojjii

22. Dooktar Akliiluu Taaddasaa - Ministira Dargaggoo fi Ispoortii ta’uun kaadhimamaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015