Tamsaasa Kallatti:

Gamtaan Awurooppaa mootummaa Itoophiyaaf ergaa baga gammaddanii dabarse

Fulbaana 28 /2019 (ENA): Gamtaan Awurooppaa mootummaa Itoophiyaa haaraa ijaarameef ergaa baga gammaddanii jedhu dabarseera.


 

Gamtaan Awurooppaa ibsa kenneen mootummaan haaraan kun ummata Itoophiyaa tajaajiluu fi biyya nagaa, tasgabbii fi badhaateef bu’uura kaa’uu irratti milkaa’ina hawweera.

‎#Mootummaa Ida'amuu #Biyya Guddoo, Ummata Guddaa fi Mul’ata Guddaa!

Miseensa Maatii ENA ta’aa: https://www.ena.et/web/links

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015