Tamsaasa Kallatti:

Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad kaadhimamtoota kaabinee dhiheessan

Fulbaana 28/2019(ENA) Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad kaadhimamtoota kaabinee dhiheessaniiru.

Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad Aadde Haannaa Ar’aayaasillaasee Ministira Haqaa ta’anii akka tajaajilan, Mana Maree bakka bu'oota uummataatiif kaadhimamummaan dhiheessaniiru.

Haaluma walfakkaatuun , Dooktar Fissahaa Yittaagasuu- Ministira Indaastirii,

Dooktar Maqdas Dhaabaa- Ministira Fayyaa, Aadde Ayinaaleem Nigusee – Minsitira Galiiwwanii ta’anii akka tajaajilaniif kaadhimammuummaan dhiheessaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015