Tamsaasa Kallatti:

Ministirri Muummee Muummee Dr. Abiyyi Ahimad , Pirofeesar Birhaanuu Naggaa Ministira Barnootaa ta’anii akka tajaajilaniif kaadhimamummaan dhiheessan

Fulbaana 28/2019(ENA) Ministirri Muummee Muummee Dr. Abiyyi Ahimad , Pirofeesar Birhaanuu Naggaa Ministira Barnootaa ta’anii akka tajaajilaniif kaadhimamummaan dhiheessaniiru.

Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad Muudama Ministirootaa Bakka Bu’oota Ummataaf dhiyaassaa jiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015