Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee gaggeessaa jira. - ENA Afaan Oromoo
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee gaggeessaa jira.
Fulbaana 28/2019(ENA): Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa 7ffaa Mootummaa Ida’amuu yaa'iin idilee 1ffaa eegalameera.
Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) kaabinee Mootummaa Ida’amuu isaanii Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataaf dhiyeessaa jiru.
#Mootummaa Ida'amuu #Biyya Guddoo, Ummata Guddaa fi Mul’ata Guddaa!
Miseensa Maatii ENA ta’aa: https://www.ena.et/web/links