Doktar Abiyyi Ahimad Kaadhimamtoota Kaabinee Mootummaa Ida'amuu Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf dhiyeessaniiru. - ENA Afaan Oromoo
Doktar Abiyyi Ahimad Kaadhimamtoota Kaabinee Mootummaa Ida'amuu Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf dhiyeessaniiru.
Haaluma kanaan:
1.Obbo Tamasgeen Xurunaa – Itti Aanaa Ministira Muummee
2. Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos – Ministira Dhimma Alaa
3. Obbo Addisuu Araggaa – Ministira Qonnaa
4. Dooktar Fitsum Asaffaa-Ministira Maallaqaa
5. Obbo Mahaammad Idiriis- Ministira Raayyaa Ittisa Biyyaa
6. Piroofeesar Birhaanuu Naggaa – Ministira Barnootaa
7. Aadde Haannaa Ar’aayaasillaasee – Ministira Haqaa
8. Aadde Yaasmiin Wahaabirabbii- Ministira Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa
9. Dooktar Fissahaa Yittaagasuu- Ministira Indaastirii
10. Dooktar Injiinar Habtaamuu Ittafaa- Ministira Bishaaniifi Inarjii
11. Dooktar Maqdas Dhaabaa- Ministira Fayyaa
12. Obbo Awwaluu Abdii- Ministira Hojiifi Ogummaa
13. Aadde Ayinaaleem Nigusee – Minsitira Galiiwwanii
14. Obbo Barakat Fissahaatsiyoon – Ministeera Tarsiimoo Biyyaalessaa
15. Salamaawiit Kaasaa – Ministira Aadaa fi Turizimii
16. Aadde Alemtsahaay Phaawuloos – Ministira Albuudaa
17. Obbo Sadaat Nashaa – Ministira Loojistiksii
18. Aadde Shawiit Shaankaa – Ministira Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa
19. Obbo Muusaa Adam – Ministira Nageenyaa
20. Aadde Fireehiyiwaat Taammiruu – Ministira Innooveeshinii fi Teeknooloojii
21. Injinar Mahammaad Abdurrahimaan – Ministira Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa
22.Dooktar Injinar Sulxaan Walii - Ministira Jallisii fi Gammoojjii
23. Dooktar Akliiluu Taaddasaa - Ministira Dargaggoo fi Ispoortii ta’uun kaadhimamaniiru.
#Mootummaa Ida'amuu #Biyya Guddoo, Ummata Guddaa fi Mul’ata Guddaa!
Miseensa Maatii ENA ta’aa: https://www.ena.et/web/links