Kabaja Guyyaa Saboota Sablammootaafi Ummattoota Itoophiyaa Marsaa 21ffaa bara kana Qopheessummaa Naannoo Oromiyaan Magaalaa Jimmaatti kabajamu ilaalchisee mariin gaggeeffame - ENA Afaan Oromoo
Kabaja Guyyaa Saboota Sablammootaafi Ummattoota Itoophiyaa Marsaa 21ffaa bara kana Qopheessummaa Naannoo Oromiyaan Magaalaa Jimmaatti kabajamu ilaalchisee mariin gaggeeffame
Fulbaana 27/2019(ENA) Kabaja Guyyaa Saboota Sablammootaafi Ummattoota Itoophiyaa Marsaa 21ffaa bara kana Qopheessummaa Naannoo Oromiyaan Magaalaa Jimmaatti kabajamu ilaalchisee bakka Afa-yaa'iin Caffee Oromiyaa Abdusalaam Waariyoo argamanitti qoratamee jira.
Raawiin hojii waliigalaa hanga ammaatti jiruufi qophiin Kabaja Guyyaa Saboota Sablammootaafi Ummattoota Itoophiyaa Marsaa 21ffaa bara kana Qopheessummaa Naannoo Oromiyaan Magaalaa Jimmaatti kabajamu bakka Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Abdusalaam Waariyoo argamanitti qoratameera.
Afa yaa'iin Caffee Oromiyaa Abdusalaam Waariyoo, hojiiwwan tarsiimaa'aa Mootummaan Naannoo Oromiyaa karoorfatee hojjechaa jiru milkeessu keessatti gaheen Caffeen Oromiyaa qabu guddaa ta'uu eeruun, qophaa'ummaan, qindoominni, tokkummaa yaadaafi ilaalchaa gonfannee hojiiwwan karoorfaman ariitiin raawwachuun murteessaa akka ta'e kallattii hojii kennan keessatti ibsanii jiru. Caffee Oromiyaa irraa
See less