Pirezidaanti Taayyee Atsqasillaasee Doktar Abiyyi Ahimadiiniif ergaa baga gammaddanii dabarsan - ENA Afaan Oromoo
Pirezidaanti Taayyee Atsqasillaasee Doktar Abiyyi Ahimadiiniif ergaa baga gammaddanii dabarsan
Fulbaana 25/ 2019 (ENA) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Doktar Abiyyi Ahimadiif ergaa baga gammaddanii barsaniiru.
Ministirri Muummee FDRI Doktar Abiyyi Ahimad har’a Ministira Muummee FDRI ta’uun irra deebiin filatamuu hordofee Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen erga baga gammaddanii dabarsaniiru.
Mul’anni Itoophiyaa sammuu yaaduu fi harkawwan hojjetaniin yoo durfamu ni milkaa’a jedhan.
Yeroon hojii isaanii milkaa’aa fi bu’a qabeessa akka ta’u hawwii gaarii qaban ibsaniiru.