Tamsaasa Kallatti:

Manni Maree Federeeshinii Aadde Mufariihaat Kaamiil Af-yaa’ii taasisun muude

Fulbaana 25/2019 (ENA):- Manni Maree Federeeshinii, bakka Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsqasillaasee argamanitti, bara hojii 1ffaa, walga’ii hundeeffamaa 1ffaa gaggeessaa jira.

Haaluma kanaan, Manni Marichaa filannoo Af-yaa’iin Aadde Mufarihaat Kaamiil Af-yaa’ii taasisuun muudeera.

Biyya Guddoo, Ummata Guddaa fi Mul'ata Guddaa!

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015