Tamsaasa Kallatti:

Obbo Adam Faaraah Ayyaana Irreechaa ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsan

Fulbaana 22/2019 (ENA): Sadarkaa Itti Aanaa Ministira Muummeetti Hogganaan giddu-gala Qindeessaa Ijaarsa Sirna Diimokiraasii Obbo Adam Faaraah ergaa baga Ayyaana Irreechaan isin ga’ee dabarsaniiru.

Obbo Adam ergaa isaaniin, Irreechi waltajjii aadaa guddicha walooma, nagaa, wal kabajuu, araaraa fi duudhaalee walitti hidhamiinsa hawaasaa guddisee mul’isu ta’uu kaasaniiru.

Ayyaanichi nagaa biyyaaf, tokkummaa sab-daneessaa fi badhaadhinaaf calmaatti akka jabaannuuf kaka’umsa guddaa akka uumu nan amana jed

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015