Tamsaasa Kallatti:

Doktar Tasfaayee Baljigee Pirezidaantii Naannoo Kibba Itoophiyaa ta’uun muudaman

Fulbaana 22/2019 (ENA)፦ Manni Maree Naannoo Kibba Itoophiyaa Doktar Tasfaayee Baaljigee Pirezidaantii Naannichaa ta’anii akka tajaajilan muudee jira.


Manni marichaa Yaa’ii Idilee 1ffaa, bara hojii 1ffaa, Marsaa 7ffaa Magaalaa Arbaaminciitti gaggeesseera.

Haaluma kanaan, Manni Marichaa Doktar Tasfaayee Baaljigee Pirezidaantii Naannoo Itoophiyaa Kibbaa ta’anii akka tajaajilan muudee jira.

Biyya Guddoo, Uummata Guddaa, Mul’ata Guddaa

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015