Tamsaasa Kallatti:

Fooramiin Irreechaa 8ffaan, Irreechaa: waliigaltee biyyaalessaaf mata-duree jedhuun Finfinneetti gaggeeffamaa jira

Fulbaana 22/2019 (ENA):— Fooramiin Irreechaa 8ffaan, Irreechaa: waliigaltee biyyaalessaaf mata-duree jedhuun Finfinneetti gaggeeffama jira.


 

Fooramii kanarratti Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa, Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee, Ministira Aadaafi Ispoortii Aadde Shawwit Shaankaa, abbootii Gadaa, Haadhoolii Siinqee dabalatee hoggantoonni naannoo fi federaalaa fi hogeessootni garagara hirmaachaa jiru.

Foorimiin kun waggaa waggaan kan gaggeeffamu yoo jala bultii ayyaana irreechaa irratti kana gaggeeffamudha.

 

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015