Manni Maree Naannoo Ummatoota kibba Lixa Itoophiyaa yaa'ii hundeeffamaa isaa gaggeessuu jalqabe - ENA Afaan Oromoo
Manni Maree Naannoo Ummatoota kibba Lixa Itoophiyaa yaa'ii hundeeffamaa isaa gaggeessuu jalqabe
Fulbaana 22/2019 (ENA) Manni maree Naannoo Ummatoota kibba Lixa Itoophiyaa yaa'ii hundeeffamaa isaa magaalaa Taarcaatti gaggeessuu jalqabee jira.
Biyya guddoo; Ummata guddaa; Mul'ata guddaa
Manni Marichi oolmaa isaa har'aatiin Afa-yaa’ii naannichaa, Pirezidaantii naannichaa dabalatee muudama miseensota kaabinee garaa garaa ni raggaasisa jedhamee eegama.