Tamsaasa Kallatti:

Manni Maree Naannoo Hararii hundeeffamaa gaggeessuu jalqabe

 

Fulbaana 22/2019 (ENA) Manni maree naannoo Hararii bara hojii 7ffaa yaa’ii hundeeffamaa gaggeessuu eegaleera.

Biyya guddoo; Ummata guddaa; Mul'ata guddaa


Naannoon Hararii hundeeffamaa bara hojii 7ffaa, waggaa 1ffaa, yaa'ii 1ffaa isaa gaggeessuu jalqabee jira.

Manni mariachi Afa-yaa’ii , itti aanaa Afa-yaa’ii fi pirezidaantii naannichaa ni raggaasisa jedhamee eeggama.

Manni marichi dhiheessummaa pirezidaantiin muudama hoggantoota sadarkaa olaanaan fi kanneen biroo ni raggaasisa jedhamee eegama.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015