Manni Maree Naannoo Amaraa Obbo Araggaa Kabbadaa pirezidaantii naannichaa taasisuun muude - ENA Afaan Oromoo
Manni Maree Naannoo Amaraa Obbo Araggaa Kabbadaa pirezidaantii naannichaa taasisuun muude
Fulbaana 21/2019 (ENA): Manni Maree Naannoo Amaraa Obbo Araggaa Kabbadaa pirezidaantii naannichaa taasisuun muudeera.
Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii marsaa 7ffaa, hundeeffamaa Waggaa 1ffaa fi walga’ii idilee 1ffaa gaggeessaa jira.
Manni Marichi obbo Araggaa Kabbadaa pirezidaantii naannichaa taasisuun muudeera.