Obbo Muubashir Duubaadiin Af-yaa’ii Mana Maree Naannoo Somaalee ta’uun muudaman - ENA Afaan Oromoo
Obbo Muubashir Duubaadiin Af-yaa’ii Mana Maree Naannoo Somaalee ta’uun muudaman
Fulbaana 21/2019(ENA)- Manni Maree Naannoo Somaalee yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 7ffaa gaggeessaa jiruun Obbo Muubashir Duubaadiin Afa-yaa’ii Mana Maree naannichaa taasisuun muudeera.
Aadde Hanaan Abdii immoo itti aantuu afa yaa’ii taasisuun muudeera.
Muudamtoonni kunis yaa’icha duratti waadaa galaniiru.