Manni maree naannoo Somaalee obbo Musxafee Muhumad irra deebi’uun pirezidaantii taasisuun muude - ENA Afaan Oromoo
Manni maree naannoo Somaalee obbo Musxafee Muhumad irra deebi’uun pirezidaantii taasisuun muude
Fulbaana 21/2019(ENA)- Manni maree naannoo Somaalee obbo Musxafee Muhumad irra deebi’uun pirezidaantii taasisuun muudeera.
Manni maree naannoo Somaalee wal gahii idilee 1ffaa wagga 1ffaa bara hojii 7ffaa gaggeessaa jira.