Tamsaasa Kallatti:

Manni maree naannoo Somaalee yaa’ii idilee gaggeessaa jira

Fulbaana 21/2019(ENA)- Manni maree naannoo Somaalee yaa’ii idilee 1ffaa wagga tokkoffaa bara hojii 7ffaa gaggeessuu eegaleera.

Yaa’ichi pirezidaantii naannichaa dabalatee muudama kaabinee garagaraa ni raggaasa jedhameetu eegama.

 

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015