Tamsaasa Kallatti:

Manni Maree Naannoo Amaraa yaa’ii waggaa 1ffaa Hundeeffamaa fi walga’ii Idilee 1ffaa gaggeessaa jira

Fulbaana 21/2019 (ENA): Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii marsaa 7ffaa, hundeeffamaa Waggaa 1ffaa gaggeessaa jira.

Manni marichi walga’ii hundeeffamaa kana irratti Pireezidaantii Naannichaa fi Afa-yaa’ii Naannichaa ni muuda, akkasumas muudamoota biroo ni raggaasisa jedhamee eegama.


 

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015