Tamsaasa Kallatti:

Yaa’iin hundeessaa mana maree naanoo Sidaamaa gaggeeffamaa jira

Fulbaana 21/2019 (ENA)- Yaa’iin hundeessaa mana maree naanoo Sidaamaa har’a gaggeeffamaa jira.

Yaa’ichi af-yaa’ii fi itti aanaa af-yaa’ii naannichaa, pirezidaantii naannichaa dabalatee muudama kaabinee garagaraa ni raggaasa jedhameetu eegama.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015