Obbo Yisihaaq Abrihaam Af-yaa'ii mana maree Naannoo Gambeellaa ta'uun Muudaman - ENA Afaan Oromoo
Obbo Yisihaaq Abrihaam Af-yaa'ii mana maree Naannoo Gambeellaa ta'uun Muudaman
Fulbaana 20/2019 (ENA) Obbo Yisihaaq Abrihaam Af-yaa'ii Mana maree Naannoo Gambeellaa ta'uun muudamaniiru.
Manni maree naannoo Gambeellaa bara hojii 1ffaa hundeefama mootummaa bara Filannoo 7ffaan gaggeeffamaa jira.
Haaluma Kanaan Obbo Yisihaaq Abrihaam Af-yaa'ii mana maree Naannoo Gambeellaa ta'uun muudamaniiru