Tamsaasa Kallatti:

Manni Maree Naannoo Gambeellaa Alamituu Ummoodiin Pirezidaantii naannichaa taasisuun muudeera

Fulbaana20/2019(ENA) Manni Maree Naannoo Gambeellaa Alamituu Ummoodiin Pirezidaantii naannichaa taasisuun muudeera.

Manni maree Naannoo Gambeellaa bara hojii 7ffaa yaa’ii idilee 1ffaa gaggeesseen Aadde Alamituu Ummoodiin pirezidaantii naannichaa taasisuun muudaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015