Tamsaasa Kallatti:

Manni Maree Magaalaa Finfinnee hundeeffama mootummaa haaraa fi baninsa yaa'ii jalqabaa gaggeessen muudamoota garaagaraa raggaasise

Fulbaana 20/2019 (ENA) Manni Maree Magaalaa Finfinnee hundeeffama mootummaa haaraa fi baniinsa yaa'ii jalqabaa gaggeessen muudamoota garaagaraa raggaasiseera.

Manni Maree Magaalaa Finfinnee hundeeffama mootummaa haaraa fi baniinsa yaa'ii jalqabaa mana maree 4ffaa gaggeessen muudamoota kaabinee Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee dhiyeessan raggaasiseera.

Haaluma kanaan;

Aadde Liidiyaa Girmaa – Hoggantuu Biiroo Bulchiinsa Nageenyaa fi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee

Dr.Ahimaddin Mahaammad Hojii gaggeessaa olaanaa mana qopheessaa Magaalaa Finfinnee

Injinar Ayyaalnesh H/Maariyaam – Hoggantuu Biiroo Dizaayinii fi Hojiilee Ijaarsaa Magaalaa Finfinnee

Durbee Tsihoon Darajjee – Komiishinara Komishinii Qindeessaa Hirmaannaa Hawaasaa fi Tola Ooltummaa Magaalaa Finfinnee

Aadde Ziyaadaa Shaamil – Hoggantuu Biiroo Misooma Magariisummaa Magaalaa Finfinnee

Aadde Habiibaa Siraaj – Hoggantuu Biiroo Daldalaa Magaalaa Finfinnee

Dr. Yohaannis Caalaa – Hogganaa Biiroo Fayyaa Magaalaa Finfinnee

Dr. Zalaalem Mulaatuu – Hogganaa Biiroo Barnootaa Magaalaa Finfinnee

Obbo Awwalee Mohaammad – Hogganaa Biiroo Innoveeshiniifi Teeknoloojii Magaalaa Finfinnee

Dr .Tafarraa Mollaa – Hogganaa Biiroo Geejjibaa Magaalaa

Aadde Ayishaa Mohaammad – Komiishinara Komiishinii Invastimantii Magaalaa Finfinnee

Injinar Heeleen Taammiruu – Hoggantuu Biiroo Bulchiinsa Misooma Manneenii Magaalaa Finfinnee

Aadde Li’iilti Giday – Hoggantuu Biiroo Dhimma Dubartootaafi Daa’immanii Magaalaa Finfinnee

Obbo Tasfaayee Dajanee – Hogganaa Biiroo Haqaa Magaalaa Finfinnee

Obbo Assaggidawuu W/Giyoorgis – Hogganaa Biiroo Dargaggoofi Ispoortii Magaalaa Finfinnee

Obbo Malaakuu Taammiruu – Hogganaa Biiroo Misoomaafi Bulchiinsa Lafaa Magaalaa Finfinnee taasisuun Manni Marichaa muudeera

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015