Tamsaasa Kallatti:

Godinaalee Oromiyaa jahaniifi magaalota isaanii:

Mootummaan Naannoo Oromiyaa murtee seena qabeessa fayyadamummaa uummataa mirkaneessuu danda'u murteessuun rifoormii haaraa ijaarsa sirna cimaafi mootummaa jabaa bu’uuressuuf ooluu taasiseen caasaa Godinaalee Oromiyaa 21 gara caasaa Godinaalee 6tti fiduun hundeesseera. Haaluma kanaan godinaalee fi magaalota isaa kan armaan gaditti.

➡️ Magaalota giddugala Godina Baha Oromiyaa ta'anii tajaajilan:-

A. Harar

B. Ciroo

C. Galamsoo

D. Gurawaa

➡️ Magaalota teessoo Godina Giddu galeessaa Oromiyaa ta'anii tajaajilan:-

A. Shaggar fi Adaamaa

B. Walisoo

C. Fiichee

D. Amboo

➡️ Magaalota giddugala Godina Kibba-Lixa Oromiyaa ta'anii tajaajilan:-

A. Jimma

B. Beddellee

C. Limmuu Gannat

D. Mattuu

➡️ Magaalota giddugala Godina Kibba Oromiyaa ta'anii tajaajilan:-

A. Yaabeelloo

B. Adoolaa

C. Nageellee Booranaa

D. Bulee Horaa

➡️ Magaalota giddugala Godina Lixa Oromiyaa ta'anii tajaajilan:-

A. Naqamte

B. Gimbii

C. Shaambuu

D. Dambii Doolloo

➡️ Magaalota giddugala Godina Kibba Baha Oromiyaa ta'a'nii tajaajilan:

A. Roobee

B. Gindhiir

C. Asallaa

D. Shaashamannee

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015