Artisti Kadiir Martuu turtii waggaa dheeraa booda gara biyyaatti deebi'e - ENA Afaan Oromoo
Artisti Kadiir Martuu turtii waggaa dheeraa booda gara biyyaatti deebi'e
Fulbaana 19/2019 (ENA) : Artisti Kadiir Martuu turtii waggaa dheeraa booda gara biyyaatti deebi'eera.
Sirboota qabsoo gara garaa weellisuun kan beekamu artisti Kadiir Martuu waggaa dheeraa biyya UK jiraataa tureen gara biyya abbaasaatti deebi'eera.
Artisti Kadiir Martuu wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee gahutti Komiishinara Ittaanaa Komiishinii Turizimii Oromiyaa Obbo Naggaa Wadaajoo,Artistoonnii fi jaallattoonni artii haala ho'aan simataniiru.BKO