Caffeen Oromiyaa Wixinee Labsii garagaraa raggaase - ENA Afaan Oromoo
Caffeen Oromiyaa Wixinee Labsii garagaraa raggaase
Fulbaana 18/2019 (ENA) Caffeen Oromiyaa Wixinee Labsii garagaraa dhihaate xiinxaluun raggaasera.
Caffeen Oromiyaa Wixinee Labsii Dhaabbilee Misooma Mootummaa fi Gurmaa’insa Aangoo fi Hojii Qaamolee Mootummaa Bulchiinsa Magaalaa, Kutaalee Magaalaa fi Aaanaalee Magaalaa raggaaseera.
Akkasumas Wixinee labsii bajataa fi Bulchiinsa Qabeenyaa qophaa’erratti mari’achuun raggaase.