Tamsaasa Kallatti:

Caffeen Oromiyaa yaa'ii duraa waggaa 1ffaa bara hojii Caffee 7ffaa gaggeesseen muudama garagaraa raggaasiseera.


Fulbaana 18/2019 (ENA) Caffeen Oromiyaa yaa'ii duraa waggaa 1ffaa bara hojii Caffee 7ffaa gaggeesseen muudama garagaraa raggaasiseera .

Caffeen Oromiyaa yaa'ii Duraa waggaa 1ffaa Bara Hojii Caffee 7ffaa gaggeesseen muudama Kabajamoo Usaa'ida Mu'aaz Hogganaa Mana Hojii Odiitara Muummichaa fi Kababajoo Obbo Tolasaa Abboomaa Itti Aanaa Hogganaa Mana Hojii Odiitera Muummichaa ta'uun dhiyaatan irratti mari'achuun raggaaseera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015