Caffeen Oromiyaa Muudama garaagaraa raggaase - ENA Afaan Oromoo
Caffeen Oromiyaa Muudama garaagaraa raggaase
Fulbaana 18/2019 (ENA) Caffeen Oromiyaa Muudama Qaama raawwachiisaa dhiyaaterratti mari'achuun raggaasee jira.
Haaluma kanaan,
1. Kab. Dr. Tolaa Bariisoo Hogganaa Waajjira pireezidaantii MNO
2. Kab. Obbo Guyyoo Waariyoo- Hog. Biiroo Abbaa Alangaa Oromiyaa
3. Kab. Dr. Abdulaaziz Daawid- Hogganaa Biiroo Maallaqa Oromiyaa
4. Kab. Obbo Tasfaayee Tulluu- Hogganaa Biiroo Galii Oromiyaa
5. Kab. Dr. Abdii Yuuyyaa- Hogganaa Biiroo Karooraafi Misooma
6. Kab. Dr. Bultoosaa Hirkoo- Hogganaa.BBO
7. Kab. Profser Natsaannat Warqinee Hoggantuu Biiroo Fayyaa
8. Kab. Obbo Tashoomee Boggaalee- Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa
9. Kab. Dr. Namarraa Gabayyoo- Hogganaa . Biiroo Albuudaafi Inarjii Oromiyaa
10. Kab. Obbo Taarraqeny Bulultaa- Hogganaa Interpiraayiziifi Industitrii Oromiyaa
11. Kab. Dr. Adaree Asaffaa -Hogganaa Biiroo Daldalaafi Investimantii Oromiyaa
12. Kab. Aadde Masarat Asaffaa- Hoggantuu Biiroo Lafa Oromiyaa
13. Kab. Aadde Sa’aadaa Abduraahmaan Hoggantuu Biiroo Dhimma Dubartootaafi Hawaasummaa
14. Kab. Obbo Xilaahun Warquu – Hogganaa Biiroo Misooma Magaalaa
15. Kab. Dr. Ayyaantuu Guuttataa – Hogganaa Biiroo Kalaqaafi Tekinoloojii
16. Kab. Aadde Eldiyaanaa Yesuuf - Hog. Biiroo Turiizimii
17. Kab. Obbo Tijaanii Naasir Hog. Biiroo Nagaa Oromiyaa
18. Kab. Aadde Roozaa Biyyaa- Hog. Biiroo Aadaafi Ispoortii
19. Kab. Inj. Girmaa Raggaasaa- Hog. Biiroo Jallisiifi Horsiise Bulaa
20. Kab. Inj. Habiib Qumbii- Hog. Biiroo Daandiifi Loojistiksii
21. Kab. Inj. Maariyaa Guutamaa- Hog. Biiroo Bishaan Oromiya