Caffeen Oromiyaa Yaa'iisaa duraa Waggaa 1ffaa Bara hojii 7ffaa geggeessaa jiruun muudama Daarekteera OBN fi Boordii raggaasise - ENA Afaan Oromoo
Caffeen Oromiyaa Yaa'iisaa duraa Waggaa 1ffaa Bara hojii 7ffaa geggeessaa jiruun muudama Daarekteera OBN fi Boordii raggaasise
Fulbaana 18/2019 (ENA) Caffeen Oromiyaa Yaa'iisaa duraa Waggaa 1ffaa Bara hojii 7ffaa geggeessaa jiruun muudama Daarekteera OBN fi Boordii raggaasiseera.
Haaluma kanaan;
- Gazixeessaa Fizahaa Balaayinee daarikteera OBN
- Obbo Addisuu Araggaa walitti qabaa Boordii
- Dr. Warquu Gaachanaa miseensa
- Obbo Hayiluu Addunyaa miseensa
- Obbo Abiyoot Tasfaayee miseensa
- Obbo Solomoon Siyyum miseensa
- Obbo dirribaa Tarrafaa miseensa
8. Dr. Bultoosaa Hirkoo miseensa
9. Aadde Heldaanaa Sulumaan miseensa
10. Dr. Dirribaa Tarrafaa miseensa