caffeen Oromiyaa hoggantoota sadarkaa Itti Aanaa Pirezidaantiin dhihatan raggaasise - ENA Afaan Oromoo
caffeen Oromiyaa hoggantoota sadarkaa Itti Aanaa Pirezidaantiin dhihatan raggaasise
Caffeen Oromiyaa Yaa'iisaa duraa Waggaa 1ffaa Bara hojii 7ffaa gaggeessaa jiruun sadarkaa itti aanaa Perizdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti ergama itti aanuuf kan perizdaantiin mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan dhiyeessan raggaasise.
Haaluma kanaan;
1. Obbo Abdurahamaan Abdallaa
2. Obbo Masfin Malaakuu
3. Dr. Rashaad Kamaal
4. Dr. Mangistuu Baqqalaa
5. Obbo Ahimad Idiris
6. Obbo Ahimad Hajii