Tamsaasa Kallatti:

Fayyadamummaa uumataa keenyaa mirkaneessuuf qindoominaan hojjechuun murteessaadha- kabajamoo obbo Abdusalaam waariyoo

Fulbaana 18/2019 (ENA) Afayaa’ii caffee oromiyaa kabajamoo obbo Abdusalaam waariyoo Fayyadamummaa uumataa keenyaa mirkaneessuuf qindoominaan hojjechuun murteessaa ta’uu ibsan.

Kabajamoo obbo Abdusalaam waariyoo Afayaa’ii caffee oromiyaa ta’uun muudamaniiru.


Gaffii misoomaa fi hawaas-dinagdee uummanni kaasu deebii akka argatuuf kutannoon hojjechuun murteessaa ta’uu ibsaniiru.

Fayyadamummaa uumataa keenyaa mirkaneessuuf qindoominaan hojjechuun murteessaa waanta'eef hawaasni keenya hojii hojjetamu hunda keesatti tumsa barbaachisu akka taasisan waamicha dhiheessaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015