Caffeen Oromiyaa bara hojii 7ffaa yaa’ii caffee 1ffaa har’a galma caffee Adaamaatti ni gaggeessa - ENA Afaan Oromoo
Caffeen Oromiyaa bara hojii 7ffaa yaa’ii caffee 1ffaa har’a galma caffee Adaamaatti ni gaggeessa
Fulbaana 18/2019 (ENA) Caffeen Oromiyaa yaa’iin duraa waggaa 1ffaa bara hojii Caffee 7ffaa har’a ganama sa’aatii 3:00 irraa eegalee gaggeeffama.
Caffeen Oromiyaa Yaa'iisaa Duraa Guyyaa Har'a gaggeessa.
Caffeen Oromiyaa Yaa'iisaa duraa Waggaa 1ffaa Bara hojii Caffee 7ffaa Magaalaa Adaamaa Galma Caffeetti har'a gaggeessuu ni eegala
Miseensonni Caffee haaraa yaa'ii kana gaggeessuu eegalan imaanaa dachaa uummanni itti kenne galmaan gahuuf kan hojjetan yoo ta'u, Yaa'ii Kanaan:
Qaamoleen Mootummaa sadan irra deebiin ni hundaa'u.
Muudamoonnii qaamolee mootummaafi gulaantaalee garaa garaa ni ragga'u.
Murtooleen gurguddoon egeree naannichaaf murteessaa ta'an kan darbaniifi kallattiin gara fuula duraa kan kaa'amudha.
Wixineewwan adda addaa kan gurmaa'insa Mootummaa cimsuu danda'an irratti mari'achuun ni ragga'u