Tamsaasa Kallatti:

Caffeen Oromiyaa yaa'iisa duraa guyyaa boruu ni gaggeessa

Fulbaana 17/2019 (ENA) Caffeen Oromiyaa yaa'iisa duraa guyyaa boruu akka gaggeessu ibseera.

Caffeen Oromiyaa Yaa'iisaa duraa Waggaa 1ffaa bara hojii 7ffaa fulbaana 18,bara 2019 Magaalaa Adaamaa Galma Caffeetti akka gaggeessu beeksiseera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015