Pirezidaanti Taayyee Atsqasillaasee baga ayyaana masqalaa geessan jechuun ergaa dabarsan - ENA Afaan Oromoo
Pirezidaanti Taayyee Atsqasillaasee baga ayyaana masqalaa geessan jechuun ergaa dabarsan
Fulbaana 16/2019 (ENA)- Pirezidaanti Taayyee Atsqasillaasee baga ayyaana masqalaa geessan jechuun ergaa dabarsaniiru.
Hordoftoota amantaa kiristaanaa hundaan bagaayyaana damaraa fi Masqalaa bara 2019’n isin gahe jedhan pirezidaantichi ergaa dabarsaniin.
Ayyaanichi kan tola ooltummaa, gaarummaa fi nagaa akka ta’u hawwiisaanii ibsaniiru.