Obbo Adam Faaraah baga ayyaana Masqalaan isin gahe jechuun ergaa dabarsan - ENA Afaan Oromoo
Obbo Adam Faaraah baga ayyaana Masqalaan isin gahe jechuun ergaa dabarsan
Fulbaana 16/2019 (ENA)- Sadarkaa itti aanaa ministira muummeetti hogganaan giddu galeessa qindeessa ijaarsa sirna demokiraasii fi itti aanaan pirezidaantii paartii badhaadhinaa obbo Adam Faaraah baga ayyaana Masqalaan isin gahe jechuun ergaa dabarsaniiru.
Hordoftoonni amantaa kiristaanaa hundi baga ayyaana damaraa fi masqalaan nagana isin gahe jedhan ergaa dabarsaniin.
Ayyaanni kun kan nagaa, fayyaa fi jaalalaa akka ta’u hawwiisaanii ibsaniiru.