Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad Daawwannaa hojiif yeroo Jibuutii galaniiru. - ENA Afaan Oromoo
Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad Daawwannaa hojiif yeroo Jibuutii galaniiru.
Fulbaana 14/2019(ENA) Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad Daawwannaa hojiif yeroo Jibuutii ga'an, Pirezidaanti Ismaa'il Umar Giilee simannaa ho'aa taasisaniifiru.
Hoggantoonni lamaan hariiroo dinagdee Itoophiyaa fi Jibuutii jidduu jiru caalaatti cimsuuf pirojektii waloo kaayyeffatee ifa kan itti godhamu irratti akka hirmaatan odeeffannoon waajjira ministira muummeerraa argame mul'isa