Tamsaasa Kallatti:

Taphoota har'a galgala taphatamuuf karoorfaman

Fulbaana 05/2019(ENA): Taphoota har'a galgalaaf karoorfaman keessaa muraasni:

●Taphoota waancaa Kaaraabaa'oo marsaa 3ffaatiin

3:45 Weestaam Yuunaayitid vs Fuulhaam

4:00 Ipisiwiich Taawoon vs Arseenaal

4:00 Liveerpuul vs Tooteenhaam

4:00 Reediingi vs Bireentifoordi

●Torbee 6ffaa Laaligaa Ispeen

2:00 Raayoo Vaayookaanoo vs Ispaanyool

3:00 Dipoortivoo Alaavis vs Vaaleenshiyaa

4:30 Eelchee vs Riyaal Maadrid

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015