Tamsaasa Kallatti:

Taphni Darbii Maanchistar yeroo 199ffaa har’a gaggeeffamen olaantummaa Maanchister siitiin xumuramera

 

Fulbaana 3/2019 (ENA)፦ Piriimeer Liigii Ingiliiziittin tapha torbe 4ffaattin, Maanchistar Yunaayitid fi Maanchistar Siitiin har’a tapha darbii magaalaa Maanchistariin waliin taphataniin Maanchister siitin galchii 1 fi 0 injifatera.

Erliing Haalaand Daqiiqaa 60 irratti galchii lakkoofsiiseen Gareen isaa akka injifatuu taasiseera.

Taphni cimaan torbee kana galgala sa’aatii 12:30 irratti Istaadiyeemii Old Tiraaforditti gaggeeffamen olaantummaa Siitin xumurame jira.

Tapha kanaan Taphatan Maanchister siitii Fiil Fodaan Balleessa hojjateen tapha boqonnaa duraan kaardii diimaa Dirree keessa bahera.

Kana booda daqiiqaa hafaan kilabichi taphataa kudhaniin taphachuuf dirqameera

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015