Barreessaan olaanaa IGAD Dr. Warqinaa Gabayyoo bara haaraa 2019 sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan - ENA Afaan Oromoo
Barreessaan olaanaa IGAD Dr. Warqinaa Gabayyoo bara haaraa 2019 sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan
Fulbaana 1/2019 (ENA): Barreessaan Olaanaa Dhaabbata Wal-ta’iinsa Misooma Biyyoota Baha Afrikaa
(IGAD), Dr. Warqinaa Gabayyoo bara haaraa 2019 sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.
Barreessaan olaanaan kun barri haaraa kan nagaa, jaalalaa fi milkaa’inaa akka ta’u hawwii qaban ibsaniiru.