Dr. Abiyyi Ahmad Maaddii Qoodani - ENA Afaan Oromoo
Dr. Abiyyi Ahmad Maaddii Qoodani
Doktar Abiyyi Ahimad ayyaana bara haaraa sababeeffachuun maaddii qoodan
Fulbaana 1/ 2019 (ENA) :Ministirri Muummee FDRI Doktar Abiyyi Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon ayyaana haaraa sababeeffachuun maaddii qoodaniiru.
Duudhaan gaariin kun yeroo idilee fi ayyaanaatti aadaa ta'ee itti fufuun kaleessaa hanga har'aatti ibsituu Itiyoophiyaanotaa ta'uu agarsiisa