Tamsaasa Kallatti:

Pireesidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan

Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan

Qaammee 5/2018 (ENA): Pireezidaantiin RDFI Taayyee Atsiqasillaaseen Ayyaana bara haaraa 2019 sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.

Barri haaraan bara imala abdii qabeessa dhiifamaafi mariin eegalle itti cimsinu, Itiyoophiyaaf dursa kennuun daandii qajeelaarra imallu, kan nagaa, jaalalaa, tokkummaafi milkaa’inaa nuuf haa ta’u jedhaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015