Tamsaasa Kallatti:

Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun hojjettoota waajjira Ministeera Muummeetiif Kennaa Ayyaanaa kennan

 



Qaammee 4/2018 (ENA): Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad Ayyaana bara haaraa 2019 dhufu sababeeffachuun, hojjettoota waajjira Ministeeraa Muummeetiif kennaa ayyaanaa dhiyeessaniiru.


 

Akkasumas deeggarsa mana hojichaatiin daa'imman guddataaniif deeggarsa meeshaalee barnootaa qooduu isaanii Waajjirri Ministeera Muummee beeksiseera.


 

 

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015